Salatu al janaza

Hedduun namaa hin beeku waan jedhamu salaatul janaazaa Keessatti 

Barumsa akkaan sirritti yaachisaa faayidaaf 


1- #takbiiraan_duraa :.. Suuratul faatihaa qara'uu 


2- #takbiiraa_lammafaa : .. assalaatul ibraahimiyyaa ( salawaata buusudha) allaahumma salli alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa salleyta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim .

Wabaarik alaa muhammad wa'alaa aali muhammad kamaa baarakta alaa ibraahiima wa'alaa aali ibraahiim fil aalamina innaka hamiidun majiid 


3- #takbiiraa_sadaffaa :... du'aa'ii kadhatuudha namticha du'eef waan dhufe du'aa'ii irraa sanirraa akkana jedhii kadhadhuuf 

((Allaahumma ighfir lahuu warhamhu , wa'aafih wa'afu anhu , wanaqqih minal khaxaayaa kamaa yunaqqi assowbul abyadu minaddanas , wa'abdilhu daaran keyran min daarih, wa'ahlan keyran min ahlih wazowjan keyran min zowjihii, wa'adkhilhul jannah, wa'aizhu min azaabil qabri wamin azaabinnaar ))

Hiikkaa ⬇️

Yaa rabbi isaaf araarami isaafis rahmati , badii isaatis irra dabriif, isa qulqulleessi dilii irraa akkuma uffanni adiin qulqullaahu xurii irraa , isaaf jijjiiri ganda ganda isaarra keyrii (caalu) warras warra isaarra caalu , jannata isa seensisi , isa tiysi azaaba qabrii irraa fi azaaba ibiddaa irraa .


4- #takbiiraa_afraffaa : 

"Allaahumma laa tuharrimnaa ajrahuu walaa taftinnaa ba'adahuu "

Hiikkaa ⬇️

Yaa rabbi nu hin dhoowwatin ajrii isaa nus hin  fatanin eega isaatii 


Eegasii du'aa'ii kadhata nama du'ee fi muslimoota hundaaf eegasii ni xumura salaata isaa salaamtaan. 

Xumura salaataa Keessatti salaamtaa takka qofa jihaa mirgaatti 


Beeytaa maaliif dirqama sirratti taha share godhuun !? 

Sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama 

Simalee namni biraa beekuu barbaada garuu ? hin beeku eessa akka deemu !? 

Gariin namaa ni saalfata !....? 

Carraaqadhu ajrii isaa 


akka sibiratti dhaabbatu hin taasisin namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageetii. (Diririsaa Tohiida Isilaamaa